Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaamud yaalii bara aangoo isaa dheereffachuuf taasise hordofee mormiin kanaan dura isa mudatee hin beekne irratti ka'eera. Akka heera biyyattiitti barri aangoo ...