Hiriyyoota horachuun qormaata guddaa biyya haaraa keessatti nu mudatu keessaa isa tokko dha. Nuti Uumamaan, namoota aadaa walfakkaataa qabnu waliin hariiroo uummachuuf carraaqna. Garuu irra dabartee ...