Madda suuraa, Black Lion Specialized Hospital. Namootni Afaan Oromoo malee hin beekne sababa harki caalaan hospitaalota magaalaa Finfinnee Afaan Amaaraan hojjetuuf danqaa afaanii mudatuun dogongora ...
Manneen barnoota naannoo Benishaangul Gumuz keessatti barnoonni Afaan Oromoo akka afaan dhalootaatti kennamufi. ''Mana barumsaa 20 keessatti barana hin jalqaba jedhameeti yaadama,'' jechuun ...